Clean water program
Health and Hydration: Sustainable Clean Water Initiatives for Vulnerable Areas
Dabalata Dubbisaa →
Bishaan qulqulluu, qulqullina fi leenjii jireenyaa maatiif
Hirmaadhu“Education is for improving the lives of others and for leaving your community and world better than you found it.”
“”
— Marian Wright Edelman
Seenaa Dhabbaticha (Background of Organization) NEDO dhaabbata Itoophiyaatti bara 2026 hundaa'e yoo ta'u, Dhabbata miti mootummaa, siyaasaa irraa bilisa, bu'aa hin barbaanneefi amantii kamirraayyuu walaba kan ta'eedha. Dhaabbanni kun dhimma barnootaa fi misoomaa irratti dammaqinaan kan hundaa'e yoo ta'u, beekumsaafi ogummaa kennuu, hawaasni rakkoo diinagdee fi hawaasummaa isaanii hiikuuf akka danda'u yaada cichaa (critically) akka yaadaniifi barsiisuu, akkasumas dhaloota haaraa fi ijoollee abjuu isaanii akka dhugoomsuufi hawaasaf gumaacha gaarii akka godhan barnootaan deeggaruun murtoo odeeffannoo irratti hundaa'e akka kennan taasisuuf kan kaayyeeffatedha. NEDO barnoota qulqulluu qabuufi misoomaa hawaasaaf karaa kan saaqu yoo ta'u, kaayyoon isaas hawaasa hiyyeessa baadiyyaa (keessumaa dubartootaa fi ijoollee) dursa kennuun sadarkaa barnootaa isaanii fooyyessuudha. Kunis hubannoo uumuu, dandeettii ijaaruu, dhaabbilee cimsuu, akkasumas sakatta'iinsa misoomaa hirmaachisaafi walitti hidhamee gadii gara oliitti (bottom-up) fayyadamuun fayyadamtoota waliin ta'uun akka humna kakaasaatti (catalyst) socho'uudhaan raawwatama. Dabalataanis, dhaabbanni kun gara fuulduraatti shamarranii fi ijoollee maatii hin qabne (orphan) jijjiiruuf, dandeettii isaanii guutummaatti akka baasaniifi ofitti amanamummaa, safuu/diisoo (discipline) fi guddina dhuunfaa isaanii akka gabbisan deeggarsa godha. Kaayyoon guddaan dhaabbatichaa naannoo baadiyyaa Itoophiyaa fagootti argaman keessatti barnoota qulqulluu qabuuf karaa saaquu, yaada gad aanaa barnootaa irratti qaban cabsuufi barnoota waliin walitti makuun leenjii ogummaa irratti hundaa'e akka argatan gargaaruudha.
Dabalata Dubbisaa →Lakkoofsi tokkoon tokkoon namoota, kutaa barnootaa, hawaasa gara fuulduraatti deemu bakka bu'a.
From the highlands of Tigray to the lowlands of Afar — education knows no boundary.
Select a pin or an area name for details. Use Locate to focus the map. Regional pins show approximate locations unless exact coordinates are supplied.
Sochiiwwan hawaasonni akka baay'ee isaan barbaachisu nutti himan irratti hundaa'anii xiyyeeffatan.
Health and Hydration: Sustainable Clean Water Initiatives for Vulnerable Areas
Dabalata Dubbisaa →
Rapid Relief and Resilience: Emergency Response Support for Vulnerable Communities
Dabalata Dubbisaa →
Bridging the Gap: Providing Learning Materials for Vulnerable Children
Dabalata Dubbisaa →A proven, community-driven model that turns intention into lasting impact.
We partner with local leaders to find the communities with the greatest need and highest motivation for change.
Together with families and teachers, we build a tailored education plan that fits each community's unique context.
We construct classrooms, supply materials, and train local educators to deliver quality instruction.
Rigorous tracking ensures every student progresses — and every lesson learned scales to the next village.
Deggersa hojii hawaasota, dhaabbilee fi namoota dhuunfaaf.
Leenjii barsiisummaa harkaan barsiisota sadarkaa jalqabaaf.
Learn more →
Kutaa barnootaa, mana kitaabaa fi bulchiinsa qulqullina haaromsuu.
Learn more →
Barattoota gorsa ogummaaf gorsitoota ogummaa waliin walqabsiisuu.
Learn more →Sof Omer is one of
“jaarsa baaleti”
Hojiiwwan kutaalee tajaajilluu keessatti hojjetaman kanneen itti fufan fi xumuraman.
Itti Fufaa Jira
Bale Zone
Giddugala qabeenyaa haaraa barattoota 1,200 mana barumsaa 4 keessatti tajaajilu.
Xumurameera
Jimma
Boollaa bishaanii xumurame kan gandoota baadiyyaa
“Nesim hundeesuun amantii salphaa tokko qabadheen ture: dandeettiin daa'ima Itoophiyaa huu daangaa hin qabu — garuu carraan qixxeen hin raabsamu. Har'a, hawaasa tajaajillu yoon daawwadhu fi dargaggoonni kitaaba argachuuf rakkatan ammaa dhaloota itti aanu gorsuu isaanii arguun, hojiin keenya bu'aa qabu nan beeka.”
Dr Ali Mohammed
Pirezidaantii fi Hundeesaa
Seenaa namootaa fi hawaasota waliin hojjennu irraa.
“Intalli koo mana barumsaa kitaabni hin jirre gara sa'aatii lamaaf deemti turte. Amma mana kitaabaa fi barsiisaa ishee amanu qabdi.”
“Nesim waliin gaggeessummaan hojjechuun deeggarsi xiqqaan itti fufinsa qabu hawaasa guutuuf hammam akka gahu na argisiise.”
Every program, every classroom, every handshake — this is how change takes root.
Education for Every Child
Reaching underserved communities across 9 regions
Together We Grow
The dedicated individuals guiding Nesim's mission every day.
itti anaa presidantii
Qajeelchaa Olaanaa
Qajeelchaa Sagantaalee
Hoogganaa Tajaajila Hawaasaa
Qindeessaa Sagantaa Dubbisuu
Itti Gaafatamaa Hojii Dirree
When a community gains access to education, the ripple effect is unstoppable. Children become teachers. Students become leaders. Villages become hubs of innovation. This is the transformation your support makes possible.
92
66
“Education is not preparation for life; education is life itself.”
— John Dewey
12,434
Education
Yaadota, seenaa diqii, fi yaadannoo garee keenya irraa.
Akkamitti bu'aa hanga ammaatti guddaa ta'e ga'ne ilaallu.
By Nesim Admin
Qorannoon akka argisiisutti dandeettiin dubbisuu hanga sadarkaa 3ffaatti tilmaama cimaa milkaa'ina dheeraaf ta'a.
By Nesim Admin
In Ethiopia, every child who enters a classroom has the power to transform their family, their village, and their future.
23445
Education Changes Everything
Beeksisaalee, gabaasa, fi seenaawwan bakka hojii irraa.