NEDO
About Nesim
Nuti Eenyu?

Waa'ee Nesim

Seenaa hawaasaa, obsaa fi abdii

Our Story
Our Story

Seenaa Keenya

Seenaa Dhabbaticha (Background of Organization) NEDO dhaabbata Itoophiyaatti bara 2026 hundaa'e yoo ta'u, Dhabbata miti mootummaa, siyaasaa irraa bilisa, bu'aa hin barbaanneefi amantii kamirraayyuu walaba kan ta'eedha. Dhaabbanni kun dhimma barnootaa fi misoomaa irratti dammaqinaan kan hundaa'e yoo ta'u, beekumsaafi ogummaa kennuu, hawaasni rakkoo diinagdee fi hawaasummaa isaanii hiikuuf akka danda'u yaada cichaa (critically) akka yaadaniifi barsiisuu, akkasumas dhaloota haaraa fi ijoollee abjuu isaanii akka dhugoomsuufi hawaasaf gumaacha gaarii akka godhan barnootaan deeggaruun murtoo odeeffannoo irratti hundaa'e akka kennan taasisuuf kan kaayyeeffatedha. NEDO barnoota qulqulluu qabuufi misoomaa hawaasaaf karaa kan saaqu yoo ta'u, kaayyoon isaas hawaasa hiyyeessa baadiyyaa (keessumaa dubartootaa fi ijoollee) dursa kennuun sadarkaa barnootaa isaanii fooyyessuudha. Kunis hubannoo uumuu, dandeettii ijaaruu, dhaabbilee cimsuu, akkasumas sakatta'iinsa misoomaa hirmaachisaafi walitti hidhamee gadii gara oliitti (bottom-up) fayyadamuun fayyadamtoota waliin ta'uun akka humna kakaasaatti (catalyst) socho'uudhaan raawwatama. Dabalataanis, dhaabbanni kun gara fuulduraatti shamarranii fi ijoollee maatii hin qabne (orphan) jijjiiruuf, dandeettii isaanii guutummaatti akka baasaniifi ofitti amanamummaa, safuu/diisoo (discipline) fi guddina dhuunfaa isaanii akka gabbisan deeggarsa godha. Kaayyoon guddaan dhaabbatichaa naannoo baadiyyaa Itoophiyaa fagootti argaman keessatti barnoota qulqulluu qabuuf karaa saaquu, yaada gad aanaa barnootaa irratti qaban cabsuufi barnoota waliin walitti makuun leenjii ogummaa irratti hundaa'e akka argatan gargaaruudha.

What Drives Us

Our Foundation

🎯

Ergama Keenya

Hawaasa Itoophiyaa gargaarsa hin arganne barnoota qulqulluu, misooma itti fufiinsaa fi sagantaalee hammamtummaa qabeessa ta'aniin dandeessisuu.

🌍

Mul'ata Keenya

Itoophiyaa daa'imni hundi baratu, maatiin hundi kan badhatu, fi hawaasni hundi kan gara fuulduraa isaa ijaarratu.

🌱

Duudhaalee Keenya

Yaada hawaasa-dursaa • Hirmaannaa hammamtummaa • Iftoomina fi itti gaafatamummaa • Dureettummaa naannoo • Bu'aa yeroo dheeraa

Our Journey

Our History

2026

Hundeeffame

Kliwabbii dubbisuu 3n eegale

In These Year

Bal'ina baadiyyaa jalqabaa

Gara Baaleeti fi Baha Boranaa bal'ate

Future Plan

Sagantaa kaarooskii dubartootaa

Kaarooskii gabartootaa 200f eegale

Future Plan

Tarkaanfii bishaan qulqulluu

Boolla bishaanii 15 naannoo 3 keessatti ijaare

Ongoing Plan

Barattoota 5,000 ga'e

Mana barumsaa 86 biyyaalessaa tajaajiluu

Voices

What People Say

Stories from the people and communities we work alongside.

“Intalli koo mana barumsaa kitaabni hin jirre gara sa'aatii lamaaf deemti turte. Amma mana kitaabaa fi barsiisaa ishee amanu qabdi.”
Gemechis Godana
Maatii, Baale

Gemechis Godana

Intalli koo mana barumsaa kitaabni hin jirre gara sa'aatii lamaaf deemti turte. Amma mana kitaabaa fi barsiisaa ishee amanu qabdi.
“Nesim waliin gaggeessummaan hojjechuun deeggarsi xiqqaan itti fufinsa qabu hawaasa guutuuf hammam akka gahu na argisiise.”
Ziyad Ahmed
Ziyad Ahmed
Jaarsa Biyyaa

Ziyad Ahmed

Nesim waliin gaggeessummaan hojjechuun deeggarsi xiqqaan itti fufinsa qabu hawaasa guutuuf hammam akka gahu na argisiise.
Moments

From Our Gallery

Visual stories from our programs and events.

Hunda Ilaalaa →
Xumura Boolla Bishaanii Jimmaa
Xumura Boolla Bishaanii Jimmaa

Garee Keenya

Mr. HABTAMU GEBREMEDIN
Mr. HABTAMU GEBREMEDIN
Mr. HASSEN ESMAIL
Mr. HASSEN ESMAIL
Mr. MUSTEFA EDAO
Mr. MUSTEFA EDAO
Qajeelchaa Olaanaa
Mr. TEYIB MOHAMMED
Mr. TEYIB MOHAMMED
Qajeelchaa Sagantaalee
Mr. TELEHA ABDURAHMAN
Mr. TELEHA ABDURAHMAN
Hoogganaa Tajaajila Hawaasaa
Mr. FEYSEL MAMA
Qindeessaa Sagantaa Dubbisuu
Mr. SHEREFUDIN MUSSA
Mr. SHEREFUDIN MUSSA
Itti Gaafatamaa Hojii Dirree